#‎OromoProtests‬, TARKAANFII ITTI AANU

Jawaar Mohamed

Kabajamtoota Ilmaan Oromoo,
Hunda dura, lammiilee keenya kan bilisummaa Oromoofi Oromiyaatiif falmachuudhaaf murteessanii hiriira guyyaa har’aa kanarratti hirmaachuun lubbuu isaanii lamuu hin deebine aarsaa godhanii jannata hawwaa, seenaan saba kanaa barabaraan isaan haa yaadatun jenna. 794 more words